Nageenyi Hundaafi

Nageenyi Hundaafi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nageenyi Hundaafi, Auto Detailing Service, Qatar, Dubai.

19/01/2024

Balaan Baallama hin qabu
Balaan xiyyaaraa dafew hin argamu gaafa argamemmoo hedduu hammaata
Warri kaleessa Mqalee deemtan hojjattoonnis baga Rabbi balaa hamaarraa isin hanbise

22/04/2023

Iid Mubaarak// ኢድ ሙባረክ!

ሙስሊም ወንድሞችና እህቶች እንኳን ለኢድ-አልፈጥር በዓል አደረሳችሁ! በዓሉ የሰላም, የደስታና የፍቅር ይሁንላችሁ!
Obboleeyyan Musiliimaa baga Ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe! Ayyaanni kan nagaa, gammachuu fi jaalalaa isiniif haa ta'u!

22/04/2023
08/04/2023

Gowwaan hin dhalatiin dhalatuus hin guuddaatin jechuun san dhugaadha .
Gowwaan guyyaa darbuuf jedhee waan hin dabaareefa haasawa .
Aaqillii garuu nihubataa gaafa gowwaan wa odeessuuf boru aniis akkanumaatti na'odeessaa ni beeka .
Akkasumaas gowwaan of qofa beekaa sehaa
Tan isaamalee hintaatu jedhee yaada
Namoota ni tuffaatu .
Kan isaa caaluufi isa hin caallees numa tuffaata .
Beekaa ofiin jedha garuu beekaan akka yaada nama fi namas hin tuffaanne hin beeku .
Garuu namoonni akkasii yeroo yaadaan wal dhabdees bakka deemuutti suma odeessu bakka hasharaafi shaa'iittillee maqaan kee duraa hin bahuu .
Feetu isaas caalii argami feetuu isaagadiis tahii argami kan ati nama beekaa fi hayyuudhaaf teessuutu joollee hin geenye .
Rabbiin namni akkasii wallaay hin jijjiiramuusi fuulkiyyee jedhamuun beekkama .
Gara sirbii tolee kan deemu jechuu dha .
Tan boruu caalaa tan arraa qofaatu itti mullaata .
Qilleensaa garayyuu bubbiisu waliin raafama . Mee namuutu keessaatti of ilaalaa arraaf asumattiin dhaaba .
Yeroo itti aanuu
Amaloota hinaaffa , Tuffii, Gowwuummaa fi Wallaalummaa qabannee kan isiniif dhihaannu tahaa .

08/04/2023

Bitaan yaabanis mirgaan yaabanis
waligeenyi kooradhumaa

08/04/2023

Mammaaksa
Waliigalan alaa galan
Dhugaan niqallatti malee hincittu
Osoo gubadhuun kolfa jette
akaayiin.
Waaqni hinariifatu lafa jedhe
hinoolu
Jaamtu jaamti malee, saree ija
hindhiqan.

08/04/2023

Yaa Rabbi yaa Tokkicha qindii hin qabne
Yaa kan dhiifamni kee Dallansuu kee injifate
Yaa kan badii keenya nuuf dhiisuun waan sirraa hir'isu hin qabne
Abba miskiina, gara lafeessa, Arjaa of jalaa hatee miskiinaaf osoo kennuu umriisaa fixate kana,
kan nuuf kennes suma kan fudhates suma.
Kaleessa nuwaliin Dunyaarra turan
Har'ammo keessummaa keeti sibira jiru
Yaa Rabbi akka isaan itti jiran situ beeka Tokkichummaa kee sitti hata'u Rahmatummaa kee sanaa jedhii Rahmata godhiifi ija Rahmataatiin nuuf milladhu. Amiiin Yaa Aamiin

23/02/2023

-Saani jabbii ofii
malee hin arraabdu.

Address

Qatar
Dubai

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nageenyi Hundaafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share